Galatians 1:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eegii san woggaa sadiin duuba Pheexroos ilaaliisaaf gara Yerusaalemii dhaqee, isa bira guyyaa kudha shan ture.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi ganna sadi anini Yerusalemu d'aqe, aka odu Kefa iraa fuud'u, torbaani lama fulla isaa tae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegee ganna sadii turee, Phexros irraa oduu fuudhuuf Yerusaalem dhaqee, torbaan lama fulaa isaa taa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa sadihiin maayessa Keefaa gaafachu'uuf gara Yerusaalemii bayee isa woliin guyyaa kudha shan ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woggaa sadihiin maayessa Keffaa gaafachu'uuf gara Yerusaalemii bayee, isa woliin guyyaa kudha shan ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanssee'llee woggaa sadiin duubatti Keefaa ka jedhamu Phexirosiin laalu'uuf gara Yerusaalemii ni deeme, achitti'llee isaaniin woliin guyyaa kudha shanii ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eegii san woggaa sadiin duuba Pheexroos ilaaliisaaf gara Yerusaalemii dhaqee, isa bira guyyaa kudha shan ture.