Galatians 1:2 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
obboleeyyan ana woliin jirtu mara biraa: wolde'oota kiristaanaa ka Galaatiyaa keessa jirtanuuf,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani arma na woliini jirtu ch'ufti gumi Galatia jirtu nagaya d'aamti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan arma na waliin jirtu cuftii gumii Galaatiyaa jirtuu nagaa dhaamti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
obboleeyyan na woliin jiran maraa irraa woldoota Kiristaanaa Galaatiyaa jiran maraaf;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
anaan woliin obboleeyyan jiran mara irraa, woldayoota amanti'ii ka Galaatiya'aatiif ka ergame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
obboleeyyan na woliin jirtu mara biraa: wolde'oota kiristaanaa ka Galaatiyaa keessa jirtanuuf,