Galatians 1:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni ani isiniif barreessu kun dhara akka hin te'in, Waaqi hin beeka.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini t'aafu kunini waan d'ugaati, anini kiyyibuuti injiru, Waaqi na didinna!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugumaa Waaqaatii wantii anin barreessu kunin waan kiyyibaatiinitii waan dhugaati!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ani isinii barreessu kun soba akka hin taane Rabbi hin beeka.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti ani isinii barreessu kun dhara akka hin taane, Rabbi hin beeka.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun ka isiniif barreesu dhara akka hin ta'in, Waaqa duranatti isiniif ni mirkaneessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni ani isiniif barreessu kun dhara akka hin te'in, Waaqi hin beeka.