Galatians 1:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wolde'ooti kiristaanaa ka Kiristoosii, ka lafa Yihuda'aa keessa jiru, ilaan na dhagganee hin beekanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga kana ch'ufa gumiini Kristiana ta Yudea keesa jirtu fuulale na imbeetu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga kana cufa gumiin Kiristaanaa ta Yihudaa keessa jirtu fuulaallee na hinbeettu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Kiristoositti amanan woldoonni Yihuuda'aa na hin beekan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri Kiristoositti amanan woldoonni Yihuuda'aa na hin beekan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Arddii Yuhuuda'aa ka jiran Woldayoonni amanittoota kristaanaa fuulaa fi fuulatti ana argan'llee, amma'llee ana hin beekinne ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wolde'ooti kiristaanaa ka Kiristoosii, ka lafa Yihuda'aa keessa jiru, ilaan na dhagganee hin beekanu.