Galatians 1:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababa kiyyalle'eef Waaqa galateeffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi maro tiyyaafi worri Waaqaa gaalata deebise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf marroo tiyyaaf warrii Waaqaa gaalata deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kiyyaafillee Rabbiin galatoonfatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan kiyyafillee Rabbiin galateeffatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kiyyan'llee Waaqa ni galateeffatan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa kiyyalle'eef Waaqa galateeffatane.