Galatians 1:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Abbaan keenna, Goottaan keenna Yesuus Kiristoosille badhaadhaa fi nageya isiniif kennu!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa Abba keennafi Aabbo Yeso Kristoni eebafi nagaya isanii kennina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaa Abbaa keennaatii fi Aabboo Yesus Kiristoon eebbaa fi nagaa isanii kenninna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin irraa badhaaninii fi nageenni isinii haa ta'u!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin irraa badhaaninii fi nageennillee isinii haa ta'u!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbaa keenna Waaqa, Gooftaa keenna Yesus Kristosiin biraa'llee kennaan bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Abbaan keenna, Goottaan keenna Yesuus Kiristoosille badhaadhaa fi nageya isiniif kennu!