Galatians 1:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka fedha Waaqa Abbaa keennaatitti, bara hamaa kana keessaa nu bilisa baasiisaaf jedhee, Kiristoos marroo cubbuu teennaatiif ifi dabarsee kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka d'aloota hama kana keesaa nu baasu Kristoni maro daba keennatifi ufi baase, fed'i Waaqa Abba keennati guute.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka dhaloota hamaa kana keessaa nu baasu Kiristoon marroo daba keennaatiif ufi baasee, fedhii Waaqaa Abbaa keennaa guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka fedha Rabbii abbaa keennaatitti bara hamaa kana keessaa nu oolchu'uuf jedhee, Kiristoos waan cubbuu keennaatiif dabarsee uf kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka fedha Rabbii abbaa keennaatitti bara hamaa kana keessa nu fayyisu'uuf jedhee, Kiristoos waan cubbuu keennaatiif dabarsee uf kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bara hamaa kana jalaa akka nu baasuuf Waaqa keennaa fi fedhii Abbaa keennaatiin, Kristos waayee cubbuu keennaatiif mataa isaa ni kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka fedha Waaqa Abbaa keennaatitti, bara hamaa kana keessaa nu bilisa baasiisaaf jedhee, Kiristoos marroo cubbuu teennaatiif ifi dabarsee kenne.