Galatians 1:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Baraa haga bara baraatitti Waaqaaf ulfinni te'u! Ameen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guddinni haga hegerile gara Waaqa tahinna! Amini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guddinnii haga bara baraallee Waaqaa ha ta'u! Ee'e jenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baraa haga bara baraatitti Aabba'aaf ulfinni haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baraa haga bara baraatitti Aabba'aaf ulfinni haata'u! Amiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Baraa haga baraa titti Waaqaaf ulfinni haa ta'u! Ameen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baraa haga bara baraatitti Waaqaaf ulfinni te'u! Ameen.