Galatians 1:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Badhaadha Kiristoosiitiin ka isin waame irraa garagaltanee, gara oduu gammadaa ta biraa ariifattanee deebi'uun keessan na baaseffachiitteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani guddo na mamsiiftani! Yoosu nama eeba Kristotiini isani yaame lakiftani, odu d'ibi gula yaatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan guddoo na mamsiiftan! Yoosuu nama eebba Kiristootiin isan yaamee lakkiftanii, oduu dhibii gula yaatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka badhaadha Kiristoosiitiin isin waame irraa gara galtanii gara Dubbii Nagayaa ka biraatitti ariifattanii deebi'uun keessan na maalalchiisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka badhaadha Kiristoosiitiin isin waame irraa gara galtanii gara Oduu Nagayaa ka biraatitti ariifatannii deebi'uun keessan na maalalchiisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kennaa bilisa ka Kristositiin akkana fooyamu'uu fi gara wongeela bira'aa dabuun keessan, ana maalalchiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhaadha Kiristoosiitiin ka isin waame irraa garagaltanee, gara oduu gammadaa ta biraa ariifattanee deebi'uun keessan na baaseffachiitteerti.