Galatians 1:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma tanaan dura dubbadhe, ammalle irra deebi'ee dubbadha: eennulle Oduu Gammadaa ta isin fudhattane irraa ta gorte, yoo isinitti lallabe ka abaarame te'uu ti!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan kana qara jenne, ammalle anini injed'a: Yo nami tokoleeni odu isani qara fud'attani ira ta d'ibi isaniti odeese, nami suni ha abaaramu!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma armaan dura isanitti himnee, anin ammallee irra deebi'eetti isanitti himaa; namii tokkolleen yo oduu isan qaraa fudhattan irra ta dhibii isanitti himee, namii sun ha abaaramuutii!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma dursinee dubbanne akkasuma ammallee irra deebi'ee dubbadha; ka fudhattan irraa waan adda ta'e eennullee yoo isinitti hime, inni ka abaarame haa ta'u!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dursinee akkuma dubbanne akkasuma ammallee irra deebi'ee dubbadha; ka fudhattan irra waan adda ta'e eennullee yoo isinitti hime, inni ka abaarame haata'u!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Asiin durana akkuma jedhe amma'llee irra deebi'ee ni jedha, wongeela isin fudhattaniin adda ka ta'e wongeela bira'aa eennu'llee yoo isiniif lallabe, ka abaarame haa ta'u!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma tanaan dura dubbadhe, ammalle irra deebi'ee dubbadha: eennulle Oduu Gammadaa ta isin fudhattane irraa ta gorte, yoo isinitti lallabe ka abaarame te'uu ti!