Galatians 2:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan marroo hiyyeeyyi'iitiif akka nuuti yaadannu callaa nutti dubbatane, kun waan ani dhugumaan godhiisaaf fedhuuyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti worri nuuni jed'e, Nama keenna ka gaargala qabu ch'alla qaabad'a; sunileeni woma qara garaani na fed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warii akka waan hiyyeeyyii qarqaarsaa callaa herrennu nutti hime; suniilleen homa qaraa garaan na fedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hiyyeeyyii calla'aaf akka yaannu nu kadhatan; kunillee ammo waanuma ani jabaadhee godha'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan hiyyeeyyii calla'aaf akka yaannu nu kadhatan; kunillee ammoo waanuma ani jabaadhee godha'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu hiyyeesota jidduu isaanii jiran akka yaadanuuf yaboo nuun ni jedhan, kun'llee waan ani hisataan raawwadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan marroo hiyyeeyyi'iitiif akka nuuti yaadannu callaa nutti dubbatane, kun waan ani dhugumaan godhiisaaf fedhuuyyu.