Galatians 2:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka isaan akka dhugaa Oduu Gammadaatitti hujaa hin jirre, ani yennaa dhagge, isaan mara duratti Pheexroosiin, “Ati Yihudii teetee, akka Yihudi'iititti adoo hin te'in, akka nama Yihudii hin te'iniititti eega jiraatte, attamiin worri Yihudoota hin te'in, akka Yihudootaatitti akka jiraatuuf uttitta ree?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka worri daandi qajeela waan d'uga ta Odu Dansa gula indeemne arginaani, anini gumi durati waan Petroni jed'e, Atini gosa Yahuditi, ammo qara ufiyu aka gosa d'ibi tau jirta, aka Yahuditiiniti. Akamiini duuba dandeete gosa d'ibiini, Aka Yahudi taa jetta re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka warrii daandii qajeeltuu waan dhugaa ta oduu dansaa gula hindeemne arginaan, anin gumii duraatti Phexrosiin, “Atin gosa Yihudiitii, ammoo akka gosa dhibii ta'uu jirataa, duuba akkamiin dandeettee gosa dhibiin akka Yihudii ta'aa jetta ree?” jedheen
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo akka dhugaa Dubbii Nagayaatitti akka isaan qajeellumma'aan hin deemne hennaa arge, maraa afo'otti Keefa'aan, «Ati nama Yihuudi'ii taatee, akka nama Yihuudii hin taaneetitti eega jiraatte, attamiin worra Yihuudii hin taane akka Yihuudotaatitti akka jiraataniif isaan giddisiifta?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, akka dhugaa Oduu Nagayaatitti akka isaan qajeellumma'aan hin deemne hennaa arge, maraa afo'otti Keefa'aan, «Ati nama Yihuudi'ii taatee, akka nama Yihuudii hin taaneetitti eega jiraatte, attamiin worra Yihuudii hin taane akka Yihuudotaatitti akka jiraataniif isaan giddisiiftaa? jedheen.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gochi isaanii dhuga'aa woliin woliigaluu dhabuu isaa yeroo argetti Phexiros, «Ati Yihudicha taatee uduu jirttu naamusa Yihudotaatiin uduu hin ta'in, akka naamusa ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannee titti ni jiraatta ture. Eegaa, ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne naamusa Yihudotaatiin akka jiraatu maali'iif isaan driqamsiiftta ree?» jechu'uun, mara isaanii duranatti isaan ni mormmeen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isaan akka dhugaa Oduu Gammadaatitti hujaa hin jirre, ani yennaa dhagge, isaan mara duratti Pheexroosiin, «Ati Yihudii teetee, akka Yihudi'iititti adoo hin te'in, akka nama Yihudii hin te'iniititti eega jiraatte, attamiin worri Yihudoota hin te'in, akka Yihudootaatitti akka jiraatuuf uttitta ree?» jedhe.