Galatians 2:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Seera diige deebisee yoo ka ijaaru te'e, aninuu nama Seera diigu te'uu kiyya mudhisiisatti jira jechu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini waan duri ch'abse deebie ijaare, aka anini nama Seera ch'absuu jiru agarsiifti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin yo waan durii cabse deebi'ee jaaree, akka anin akka nama seera cabsuu jiru agarsiifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka diige kana deebisee ka ijaaru yoo ta'e, anuu ka seera irra darbu akka ta'u hin hubachiisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka diige kana deebisee ka ijaaru yoo ta'e, anuu ka seera irra darbu akka ta'u hin hubachiisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani mataan kiyya ka diige naamusa Seeraa deebisee ka hojjadhu yoo ta'e, ani mataan kiyya Seera diigaa ta'uu kiyya ni mirkaneessa jechu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Seera diige deebisee yoo ka ijaaru te'e, aninuu nama Seera diigu te'uu kiyya mudhisiisatti jira jechu'u.