Galatians 2:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Waaqaaf le'iisaaf, karaa Seeraatiin Seera duraa du'eera; ani Kiristoos woliin fannifameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seera gula anini ya due Seerati na ijeese aka anini Waaqaa jiraad'u. Ya Kristo woliini mukha irati na fannisani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Seera gula anin ya du'e; seeraatti na ijjeesse akka anin Waaqaa jiraadhu. Ya Kiristoo waliin mukaa irraatti na fannisan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbiif jiraataa ta'ee akka jiraadhu, karaa seeraatiin seeraaf du'eera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani Rabbiif jiraataa ta'ee akka jiraadhu, karaa seeraatiin seeraaf du'eera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqaaf akka jiraadhu karaa Seeraatiin haga waan du'aan fooyamuu titti Seera irraa fooyamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Waaqaaf le'iisaaf, karaa Seeraatiin Seera duraa du'eera; ani Kiristoos woliin fannifameera.