Galatians 2:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani badhaadha Waaqaa gatii hin dhooggu; Seera eeggatiisaan adoo waan balchoomanu teete, Kiristoos toluma du'e jechu'uu motii ree!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini eeba Waaqa indidu. Yo Seera guutitiini d'uga namaa heregani, yoosi Kristoni ufumaa due!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin eebba Waaqaa hindidu. Yo seera guutitiin dhugaa namaa herregan, yoos Kiristoon ufumaa du'e!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Badhadha Rabbii hin gatadhu. Qajeellummaan karaa seeraatiin yoo ta'e, eegasuu Kiristoos akkanumaan du'e jechu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Badhadha Rabbii hin gatadhu. Qajeellummaan karaa seeraatiin yoo ta'e, eegasuu Kiristoos akkanumaan du'e!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kennaa Waaqaa ka bilisaa tasaan hin hanbisu, naminni ka qulqullaayomu seera raawwachu'uun yoo ta'e, Kristos ka du'e tasaan jechu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani badhaadha Waaqaa gatii hin dhooggu; Seera eeggatiisaan adoo waan balchoomanu teete, Kiristoos toluma du'e jechu'uu motii ree!