Galatians 2:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tiitoosiin ana woliin jiru, nama Giriikii te'ulle, akka haqanqabaa qabatu hunnaan hin godhanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wahela kiyya Tito, ato inni Griki tahele, nami tokoleeni Qabanqaba qabad'u injenneeni,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waahela kiyya Titoos, adoo innii Giriikii ta'eellee, namii tokkolleen Qabaanqabaa qabadhu hinjenneen,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo ka ana woliin ture Tiitoonuu nama Giriikii ta'eetuu akka gadoomu isa hin giddisiifne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, ka ana woliin ture Tiitoonuu nama Giriikii ta'eetuu akka gadoomu isa hin giddisiifne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tiitoosiin anaan woliin ni jira ture yoma Giriikicha ta'e'llee akka gadoomuuf, hin dirqamsiifamnne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tiitoosiin na woliin jiru, nama Giriikii te'ulle, akka haqanqabaa qabatu hunnaan hin godhanne.