Galatians 2:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee obboleeyyan dharaammeyyiin tokko tokko, ka luuxanee nu odduu seenane, akka inni haqanqabaa qabatu barbaadaneeraniiyyu. Isaan bilisummaa nuuti Yesuus Kiristoosiin qannu dooyanee, garbumma'atti nu deebisiisaaf barbaadanee, luuxanee seenane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo jari gari oboleyaani ufi tolche, qabanqaba qabuufi fed'e worri suni aka jajuusa gumi teenna seene, aka balchooma nu Kristo Yeso keesa qamnu argani, Tisse nu tolchu fed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammoo jarii garii obboleeyyaan ufi tolcheetti, dhaqaanqabaa qabuuf fedhe; warrii sun akka balchooma nu karaa Kiristoo Yesusiitiin qamnu argee tissee nu tolchu, akka jaajusaa gumii teenna seene.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo garboota nu godhatu'uuf wolabummaa karaa Kiristoosiitiin arganne san gaadu'uuf obboloonni sobduun dhossa'aan hulluuqanii nu keessa seenan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, garboota nu godhatu'uuf wolabummaa karaa Kiristoosiitiin arganne san gaadu'uuf obboloonni sobduun dhossa'aan hulluuqanii nu keessa seenan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu jidduu keennaan huluuqanii dhossa'aan worri aseenan obboleeyyan dharttoonni tokko tokko akka gadooman barbaadanii turan, namoonni kunniin basaasaaf jidduu keenna huluuqanii ka aseenan, Yesus Kristosiin bilisummaa qabnnu fudhanii, gara garbumma'aa titti nu deebisu'uuf yaadaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee obboleeyyan dharaameyyiin tokko tokko, ka luuxanee nu odduu seenane, akka inni haqanqabaa qabatu barbaadaneeraniiyyu. Isaan bilisummaa nuuti Yesuus Kiristoosiin qannu dooyanee, garbumma'atti nu deebisiisaaf barbaadanee, luuxanee seenane.