Galatians 2:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugaan Oduu Gammadaa, akka yennaa mara isin woliin jiraattuuf, nuuti yennaa diqqolle'eef isaaniif hin ajajane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu diqo tokole worra jala illaamne, waan nu d'uga Odu Dansa balleesu imfeeneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu waan dhugaa oduu dansaa balleessuu hinfeeneef diqqoo tokkollee warra jalaa hinlaamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka dhugaan Dubbii Nagayaa isin biratti jabaatee jiraatuuf jennee, hennaa diqqo'oofillee gad dhiifnee isaan jalatti hin bulle.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhugaan Oduu Nagayaa isin biratti jabaatee akka jiraatuuf jennee, hennaa diqqo'oofillee gad dhiifnee isaan jalatti hin bulle.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u garuu dhugaan wongeelaa isin biratti jabaattee akka jiraattuuf jechu'uun, yeroma muraasaafuu harka hin kennanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugaan Oduu Gammadaa, akka yennaa mara isin woliin jiraattuuf, nuuti yennaa diqqolle'eef isaaniif hin ajajane.