Galatians 2:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi akka Pheexroos ergamaa worra Yihudootaa te'ee tajaajilu godhe, akka anille ergamaa worra Yihudoota hin te'inii te'ee tajaajilu godheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jabeenna Waaqaatiini anini ergattu gosa d'ibi barsiiftu tahe, akuma Petroni ta Yahudi tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma Phexros ka Yihudii tahe, aninilleen jabeenna Waaqaatiin ergamaa gosa dhibii barsiisu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi Pheexroos worra hin gadoomneef ergamaa ta'ee akka hojjatu godhe sun, anillee ergamaa worra Yihuudii hin taanee ta'ee akka hojjadhu na taasiseera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waandhi Pheexroos worra hin gadoomneef ergamaa ta'ee akka hojjatu godhe sun, anillee ergamaa worra Yihuudii hin taanee ta'ee akka hojjadhu na taasiseera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Phexiros barataa worra Yihudotaa ta'ee akka tajaajiluuf Waaqinni isa taasise, ana'llee barataa ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne ta'ee akka isaan tajaajilu ana taasisee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi akka Pheexroos ergamaa worra Yihudootaa te'ee tajaajilu godhe, akka anille ergamaa worra Yihudoota hin te'inii te'ee tajaajilu godheera.