Galatians 3:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra Galaatiya'aa gowwoole'e! Eentu muusessee isin dooche? Yesuus Kiristoos fannifamee, akka waan barreeffamee rarraafamee, ila teessan dura jiraayyuu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worri Galatia guddo daalle! Entu isani falfale? Aka Yeso Kristoni maskali gubbaa due! Isani ya iluma teesaniini agartani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan warrii Galaatiyaa guddoo daalle! Ennuttu isan falfale? Akka Yesus Kiristoon fannoon gubbaatti du'e! Isan ya iluma teessaniin agartan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin namoota Galaatiya'aa! worra qalbii hin qabne; ija teessan afo'otti Yesuus Kiristoos akka waan faki'iititti fannifame akka dhuga'aaf hin ajajamne eentu muusessaa isinitti buuse?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin namoota Galaatiya'aa worra qalbii hin qabne, ija teessan afo'otti Yesuus Kiristoos akka waan faki'iititti fannifame akka dhuga'aaf hin ajajamne eentu muuseessaa isinitti buuse?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin namoonni Galaatiya'aa gowwoota nana! Eennutu waan isin raffisuu fi dhamaasuu isin irratti taasise? Yesus Kristos fannoo isaa irratti fannifamee fuundura keessantti, ifaan ni muldhata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra Galaatiya'aa gowwoole'e! Eentu muusessee isin dooche? Yesuus Kiristoos fannifamee, akka waan barreeffamee rarraafamee, ila teessan dura jiraayyuu.