Galatians 3:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffam Woyyichi, “Nami balchaan dhugeeffanna'aan le'a” waan jedhuuf, eennulle Waaqa duratti Seeraan balchoomiisaaf akka hin dandeenne ifa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama dandaani Seeraani, Waaqa durati, d'uga inhereganiifi, tuni dare inqabdu; wonti akanatiifi t'aafiini, Nami d'ugefachaani d'uga hereganiifi injiraata jetti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama dandaanii seeraan, Waaqaa duraatti, dhugaa hin herreganiif, tun darree hinqabdu; wantii akkanaatiif barreessiin, “Namii dhugeeffachaan qulqullummaa herreganiif injiraata” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Qajeelaan amanti'iin jiraata» waan jedhameeruuf, eennullee Rabbiin afo'otti seeraan akka qajeelaa hin taane ifa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Qajeelaan amanta'aan jiraata» waan jedhameeruuf, eennullee Rabbiin afo'otti seeraan akka qajeelaa hin taane ifa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Naminni qulqullaayomaan garuu amanti'iin jireenna ni ariggata» jedhamee waan barreeffameef, seera raawwachu'uun naminni kumuu Waaqa duranatti akka hin qulqullaayomnneef ifa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffam Woyyichi, «Nami balchaan dhugeeffanna'aan le'a» waan jedhuuf, eennulle Waaqa duratti Seeraan balchoomiisaaf akka hin dandeenne ifa.