Galatians 3:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Seerri dhugeeffannaa irratti hin hundeeffamu; te'uu malee Barreeffam Woyyichi, “Nami waan Seerri jedhu guutu, ittiin hin le'a” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Seeri d'ugefacha imfed'u. Taatule akuma t'aafiini jettu, Nami waan Seeri jed'u ch'ufa guutu sunumaani jiraata jetti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo seerii dhugeeffachaa hinfedhu. Taatuullee barreessiin, “Namii waan seerii jedhu cufaa guutu sunumaan jiraata” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerrillee amanti'iinii miti. Haa ta'uu ammo, «Namni seera raawwatu seera keessa jiraata» jedhameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Seerrillee amanta'aanii miti. Haata'uu ammoo, «Namni seera raawwatu seera keessa jiraata» jedhameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Seerri amantii irratti ka hunddaayee miti, gonkumaa, «Naminni seeraan jiraachu'uuf ka dandda'u ajajoota seeraa mara yoo raawwate» jedhamee, barreeffamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerri dhugeeffannaa irratti hin hundeeffamu; te'uu malee Barreeffam Woyyichi, «Nami waan Seerri jedhu guutu, ittiin hin le'a» jedha.