Galatians 3:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffam Woyyichi, “Nami muka irratti rarraafamu maraa ka abaarame” waan jedhuuf, Kiristoos nu'uuf jedhee abaaramaa te'ee, abaarsa Seerri nutti fidu jalaa nu wode.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Kristoni, ufi abaarsa nu tahe, abaarsa Seeri nutiini d'ufu jala nu baase. Akuma t'aafiini jettu, Nami mukha irati fannisani ya abaarame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo Kiristoon, ufii abaarsa nuu tahee, abaarsa seerii nutiin dhufu jalaa nu baase. Barreessiin, “Namii mukaa irraatti fannisan ya abaaram” jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ka muka irratti fannifamu maruu ka abaarame» jedhamee waan barreeffameeruuf Kiristoos waan keennaaf abaaramaa ta'ee seera abaarsaa jalaa nu booji'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka muka irratti fannifamu maruu ka abaarame jedhamee waan barreeffameeruuf, Kiristoos waan keennaaf abaaramaa ta'ee, seera abaarsaa jalaa nu booji'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ka muka irratti fannifamee du'u marrinuu, ka abaarame» jedhamee waan barreeffameef, Kristos waayee kennaaf akka nama abaarame ta'ee, abaarssa seerri itti aanssu jalaa, nu baasee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffam Woyyichi, «Nami muka irratti rarraafamu maraa ka abaarame» waan jedhuuf, Kiristoos nu'uuf jedhee abaaramaa te'ee, abaarsa Seerri nutti fidu jalaa nu wode.