Galatians 3:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eebbi Abrahaam dhaggate, karaa Kiristoos Yesuusiitiin, worra Yihudoota hin te'in maraaf akka kennamuuf, Ayyaana Waaqi addii kennelle, dhugeeffanna'aan akka fudhannuuf Kiristoos nu wodeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Kristoni waan kana tolcheefi aka eeba Waaqi Abrahamu kakhate, maro Yeso Kristotiifi gosa d'ibilee kennani, ammalle aka nuleeni maro d'ugefachatiifi Lubbu Waaqi kakhate arganu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii Kiristoon waan kana tolcheef akka eebba Waaqii Abrahaamii kakatee, marroo Yesus Kiristootiif gosa dhibiillee kennan, ammallee akka nuulleen marroo dhugeeffachaatiif hafuura Waaqii kakate arganu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abdii Ayyaanaa amanti'iin akka fudhannu eebbi Abrahaamii gara worra Yihuudii hin taanee karaa Yesuus Kiristoosii irraan isaan akka dhaqqabuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abdii Ayyaanaa amanta'aan akka fudhannu eebbi Abrahaamii gara worra Yihuudii hin taanee karaa Yesuus Kiristoosii irraan isaan akka dhaqqabuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee ka ta'eef Waaqinni Abrahaamii eebba kenne karaa Yesus Kristositiin ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanneef akka gayuu fi nu'llee Hafuura Qulqulluu Waaqinni isiniif ni kenna jedhe, amanti'iin akka fudhannuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eebbi Abrahaam dhaggate, karaa Kiristoos Yesuusiitiin, worra Yihudoota hin te'in maraaf akka kennamuuf, Ayyaana Waaqi addii kennelle, dhugeeffanna'aan akka fudhannuuf Kiristoos nu wodeera.