Galatians 3:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona Seerri maaf kenname ree? Sanyiin Abrahaamiif waadaa galameen kenname haga dhufu, seera tariis maan akka te'e mudhisiisaaf, Seerri dabalamee kenname. Seerri ergantoota Waaqaatiin, karaa araarsaa tokkochaatiin kenname.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seera maafi kennani re? Aka wollaalaani agarsiisanifi iti darani ammalle Seeri haga ilmi Abrahamu ka iti kakhatani immullatini ch'alla jira. Seera amma nama jiddu jiru kana harka malaikatini nama kennani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Seera maaf kennan ree? Akka wallaalaan garsiisaniif itti daran, seerii ammallee haga ilmii Abrahaam ka itti kakatan hin mullatin callaa jira. Seera amma nama jiddu jiru kana harka ergamtootaatiin namaa kennaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu seerri maaf kenname? Haga fiixaan abdi'ii kennameef sun dhufuuf, seera diiguun maal akka ta'e mudhisu seerri eda'amee kenname.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu seerri maali'iif kenname? Haga fiixaan abdiin keennameef sun dhufuuf, seera diiguun maal akka ta'e mudhisu seerri eda'amee kenname.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eeegaa, seerri ka kenname maali'iif? Seerri ka dabalame fiixaan Abrahaamiif abddi'iin kenname haga dhufutti hujiin hamaan maal akka ta'e muldhisu'uuf, seerri hujii irra ka oole maleyikkootaan kennamee, karaa nama tokkootiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona Seerri maaf kenname ree? Sanyiin Abrahaamiif waadaa galameen kenname haga dhufu, seera tariis maan akka te'e mudhisiisaaf, Seerri dabalamee kenname. Seerri ergantoota Waaqaatiin, karaa araarsaa tokkochaatiin kenname.