Galatians 3:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani waan tokko callaa beekuu barbaada: isin Seera eeggatiisaan moo, yookiin Oduu Gammadaa dhageettanee itti dhugeeffatiisaan Ayyaana Woyyicha fudhattane?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan toko ch'alla nati hima: Seera guunnaani Lubbu Waaqa argatani mo, Odu Dansa d'ageetani d'ugefannaani argattani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan tokko caallaa natti himaa, seera guunnaan hafuura Waaqaa argattan moo, oduu dansaa dhageettanii dhugeeffannaan argattan?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan tokko callaa beekuu barbaada. Isin seera eegu'uun mo'o dubbii Rabbii dhageettanii itti amantaniin Ayyaana Woyyuu fudhatan?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani waan tokko caallaa beekuu barbaada. Isin seera eegu'uun mo'o dubbii Rabbii dhageettanii itti amantaniin Ayyaana Woyyuu fudhatan?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Beeku'uuf ka barbaadu kana qofa, haa ta'u malee isin Hafuura Qulqulluu ka fudhattan seera raawwachu'uun moo? Yookiin dubbii gammachu'uu dhageettanii amanu'uun?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan tokko callaa beekuu barbaada: isin Seera eeggatiisaan moo, yookiin Oduu Gammadaa dhageettanee itti dhugeeffatiisaan Ayyaana Woyyicha fudhattane?