Galatians 3:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ammoo, dhugeeffannaan waan dhutteef, haganaa achi guddisoo Seeraa jala hin jiraannu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma d'ugefachaani ya d'ufte, nu barsiisa suni jala injirru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo amma dhugeeffachaan ya dhufte, nu barsiisa sun jala hinjiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amantiin ammo waan dhufeef, ammaa achi guddiftu jalaa miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amantaan ammoo waan dhufeef, ammaa achi guddiftu jalaa miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu amantiin waan dhufeef guddifttummaa seeraa jala ta'uun keenna, hafee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo, dhugeeffannaan waan dhutteef, haganaa achi guddisoo Seeraa jala hin jiraannu.