Galatians 3:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugumaan waan woy hin baaneef yoo te'e, toluma waan isin irra dhaqqabe kana mara fudhattanee ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti isani barattani tokoleeni woma isanii imbaane? D'uguma, ya wo isanii baate!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii isan baraattan tokkoolleen homaa isanii hinbaanee? Dhugumaa, ya wa isanii baate!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun dhugamaan waan hin fayyanne yoo ta'e, isin waan duwwaa kanaaf rakkoon isin irra gayee?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kun dhugamaan waan hin fayyanne yoo ta'e, isin waan duwwaa kanaaf rakkoon isin irra gayee?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee wongeelaatiin rakkinni fudhattan marrinuu tasa ta'ee hafe jechu'u ree? Kana raawwattanii yoo jiraattan dhugamaanuu tasa ta'ee hafee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan waan woy hin baaneef yoo te'e, toluma waan isin irra dhaqqabe kana mara fudhattanee ree?