Galatians 3:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Ayyaana ifii isinii kennee, bilbaasa isin oddu'utti wonni hujuuf, waan Seera eeggattaneef moo, yookiin Oduu Gammadaa dhageettanee waan itti dhugeeffattaneef?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja Waaqi Lubbu ufi isanii kenne waan mama jiddu teesaniti tolchu, inni maro isani Seera guuttaniifi waan kana tolcha mo waan isani Odu Dansa d'ageetani d'ugefattaniifi tolcha?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii yo hafuura ufii isanii kennee waan mamaa jidduu teessanitti tolchuu, marroo isan seera guuttaniif waan kana tolcha moo, waan isan oduu dansaa dhageettanii dhugeeffattaniif tolcha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu Rabbiin Ayyaana ufii isinii kennu ka isin birattillee maalalee godhu, hujii seeraatiin mo'o amantii dhageetti'iin ta'een?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu Rabbiin Ayyaana ufii isinii keennu ka isin birattillee maalalee godhu, hujii seeraa tiin mo'o amantaa dhageetti'iin ta'een?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Hafuura isaa ka isinii kennuu fi isin biratti'llee baasa ka taasisu seera raawwachuu keessaniin moo? Yookiin dubbii gammachu'uu dhageettanii amanuu keessaniin?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Ayyaana ifii isinii kennee, bilbaasa isin oddu'utti wonni hujuuf, waan Seera eeggattaneef moo, yookiin Oduu Gammadaa dhageettanee waan itti dhugeeffattaneef?