Galatians 3:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abrahaam ilaala'a me; Barreeffami Woyyichi, “Abrahaam Waaqatti dhugeeffate; dhugeeffannaan isaalle balchumma'atti laakkowanteef” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma t'aafiini waan Abrahamu dubbatte waan jettu: Inni Waaqa d'ugefannaani maro d'ugefacha isaatiifi Waaqi d'uga heregeefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barreessii waan Abrahaam dubbattuu ta, “Innii Waaqaa dhugeeffannaan marroo dhugeeffachaa isaatiif Waaqii qulqullummaa herregeef” jettu la barreessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma, «Abrahaam Rabbitti amane; amantiin isaallee qajeellumma'aatti laakkayameef»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma, «Abrahaam Rabbitti amane; amantaan isaallee qajeellumma'aatti laakkawameef»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee, «Abrahaam Waaqatti ni amane, amantiin isaa'llee qulqullaawome ta'ee ni laakkayameef» jedhamee, akkuma barreeffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaam ilaala'a me; Barreeffami Woyyichi, «Abrahaam Waaqatti dhugeeffate; dhugeeffannaan isaalle balchumma'atti laakkowanteef» jedha.