Galatians 3:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre worri dhugeeffatu maraa ilmaan Abrahaamii akka te'e hubadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani hubachu maltani aka worri d'ugefacha qabu ch'ufti d'aloota Abrahamu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan akka warrii dhugeeffachaa qabu cuftii dhaloota Abrhaam hubachuu maltan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu worri amanan maruu ijoollee Abrahaamii akka ta'an beekaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu worri amanan martinuu ijoollee Abrahaamii akka ta'an beekaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa worri amanan ijoollee Abrahaamii akka ta'an beekaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre worri dhugeeffatu maraa ilmaan Abrahaamii akka te'e hubadha'a!