Galatians 4:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa, ji'a, bonaa-gannaa fi woggaa adda te'e ulfeessitan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani guyyafi jiafi gannafi bara hereddani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan guyyaa, ji'a, gannaa fi bara herreddani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa, ji'a, bonaa gannaa fi woggaa addaan baaftanii kabajjitan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa, ji'a, bonaa-gannaa fi woggaa addaan baaftanii kabajjitan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyootaa fi ji'oota adda addaatiin kutaawwan wogga'aa ka murttaayanii fi woggootaaf ufi eeggannaa taasisu'uun, ulfinna addaa ni kennitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa, ji'a, bonaa-gannaa fi woggaa adda te'e ulfeessitan.