Galatians 4:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa jalqabaa, akka ani sababa dhibee tiyyaatiin, Oduu Gammadaa isinii lallabe, isinuu hin beettan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan anini Odu Dansa qaraa fiit'e isaniti odeeseefi imbeetani; waan anini fayya d'abeefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ani gaafa qaraa fiixee oduu dansaa isanitti himee, akka anin fayyaa hintahiin isanuu in beettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duraan hennaa Dubbii Nagayaa isinitti himu, sababa dhibee kiyyaatiin akka ta'e hin beettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Duraan hennaa Oduu Nagayaa isinitti himu, sababa dhibee kiyyaatiin akka ta'e hin beettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo jalqabaatiif dubbii gammachu'uu isinii lallabu'uuf carraa ka argadhe, dhibee irra yeroo turetti ta'uu isaa ni beekittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa jalqabaa, akka ani sababa dhibee tiyyaatiin, Oduu Gammadaa isinii lallabe, isinuu hin beettan.