Galatians 4:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani waan dhugaa isinitti himeef diina keessan te'ee ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma ya d'uga isaniti himnaani nyaapa keesani tahe?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma dhugaa isanittii himnaan nyaapha keessan tahee ree?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu waan dhugaa isinitti himeef ani diina isinitti ta'ee?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu dhugaa waan isinitti himeef ani diina isinitti ta'ee?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa, amma dhugaa isinitti waan dubbadheef, diina keessan ta'ee arigamee ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan dhugaa isinitti himeef diina keessan te'ee ree?