Galatians 4:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yaada dansa'aaf yoo te'e, namaaf yaadatuun waan dansa'a; tun ammoo yennaa maraaf malee, yennaa ani isin bira jiru calla'aaf hin te'in.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba guddo dansa, yo waan dansaafi nama jaalatani wonti kunini yo ch'ufa dansa, yo anini isani woliini jiru ch'allaaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba yo waan dansaaf nama jaalatan guddoo dansaa, wantii kunin yo anin isan waliin jiru callaanitii yo cufaa dansaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo hennaa ani isin bira jiru callaa uduu hin ta'in, uduu worra hennaa maraa waan misha'aaf barbaadaman taatanii misha'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, hennaa ani isin bira jiru callaa uduu hin ta'in, hennaa maraa waan misha'aaf worra barbaadaman uduu taatanii misha'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kaayyoon mishaa yoo ta'e hisachuun yeroo maraa misha'a, garuu hisachuun keessan kun, yeroo ani isin woliin jiraadhu qofatti hin ta'in.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaada dansa'aaf yoo te'e, namaaf yaadatuun waan dansa'a; tun ammoo yennaa maraaf malee, yennaa ani isin bira jiru calla'aaf hin te'in.