Galatians 4:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani marroo teessaniif waan godhu waan wollaaleeruuf, adoo isin biratti dhaggamee akka dhibi'iin isinitti dubbadhee hin fedhaayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo sila isani woliini jiraad'e, guddo fed'a, aka waan keesani kara d'ibiini heregu. Anini guddo waan keesani yaada!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo silaa isan waliin jiraadhe, guddoo fedha; akka waan keessan karaa dhibiin herregu. Anin guddoo waan keessan yaada!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan keessan waan mamuuf, amma isin bira taa'ee uduu isin woliin qaaqee natti tola.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan keessan waan mamuuf, amma isin bira taa'ee uduu isin woliin qaaqee natti tola.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka duraanii irraa haala adda ka ta'e akka muldhifttantti amma isin woliin ta'uu ni barbaadaayyu ture, garuu womaayyuu raawwachuu akka hin barbaachifnne beekuu dhabuu kiyyaan, dubbiin bitaa natti ta'ee sarddamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani marroo teessaniif waan godhu waan wollaaleeruuf, adoo isin biratti dhaggamee akka dhibi'iin isinitti dubbadhee hin fedhaayyu.