Galatians 4:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yerusaalemiin ol-gubba'aa ammoo bilisoontu'u; isiin haadha teenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yerusalemuni gubbaa balcha, isiini haad'a teenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yerusaalem ta Waaqaa gubbaa ammoo balchaa, isiin haadha teenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yerusaalemiin ol gubba'aa ammo ta bilisumma'aan jiraata'aartu; isiinillee haadha teenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yerusaalemiin ol gubba'aa ammoo ta bilisuma'aan jiraata'aartu, isiinillee haadha teenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ol sami'ii ka taate Yerusaalem garuu isiin bilisa, isiin'llee haadha mara keennaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerusaalemiin ol-gubba'aa ammoo bilisoontu'u; isiin haadha teenna.