Galatians 4:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee, yennaa san ka akka fedha foonii calla'aan dhalate, ka fedha Ayyaana Waaqaatiin dhalate akkuma ari'e, ammalle akkasuma hin te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi ilmi aada nama gula d'alate ilma Lubbu Waaqaatiini d'alate gaargalche; arrale akasuma.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafas ilmii aadaa namaa gula dhalate ilma hafuura Waaqaatiin dhalate gaargalche; ardhaallee akkasuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo akka fedha fooniititti ka dhalate ka akka fedha Ayyaanaatitti dhalate, hennaa san akkuma ari'e, adhallee akkasuma.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, akka fedha fooniititti ka dhalate ka akka fedha Ayyaanaatitti dhalate, hennaa san akkuma ari'e, adhalee akkasuma.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu ka yeroo sanitti fooniin dhalate ka hafuuraan dhalate akka hin ariineeniif, adha'llee akkuma kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, yennaa san ka akka fedha foonii calla'aan dhalate, ka fedha Ayyaana Waaqaatiin dhalate akkuma ari'e, ammalle akkasuma hin te'a.