Galatians 4:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuutille akkasuma, ayyaanaan adoo hin guddatin duratti, seera biyya lafaatiif garba teenee turre.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma nuleeni duri, gaafa ijoolle, tisse qilleensa lafa fidu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasuma nulleen gaafa durii hafuuraan ijoollee, tissee qilleensa lafaa fiduuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma nullee Ayyaanaan uduu hin guddatiniin duratti, seera biyya lafaatiif garboota turre.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma nullee Ayyaanaan uduu hin guddatiniin duratti, seera biyya lafaatiif garboota turre.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana nu'u waan hafuuraatiin akka daai'maa yeroo turretti naamusa biyya lafaa kanaaf bitamttoota taanee, garboota ni turre.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuutille akkasuma, ayyaanaan adoo hin guddatin duratti, seera biyya lafaatiif garba teenee turre.