Galatians 4:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni worra Seera jala jiru wodee, ilmaan Waaqaa nu godhiisaaf tana godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka worra Seera jala jiru balchoomsu, aka nu ilmaani Waaqaa taanu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka warra seera jala jiruu balchoomsu; akka nu ilmaan Waaqaa taanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee worra Seera jala jiran booji'ee ilmaan Rabbii nu taasisu'uuf kana godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee worra Seera jala jiran booji'ee, ilmaan Rabbii nu taasisu'uuf kana godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee wonitti raawwateef seera jala worra jiran fayyisu'uu fi nu'llee ijoollee Waaqaa akka taanu, nu taasisu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra Seera jala jiru wodee, ilmaan Waaqaa nu godhiisaaf tana godhe.