Galatians 4:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin ilmaan isaa waan teetaneef, Waaqi Ayyaana ilma ifii ka, “Abbaa, Abbaa” jedhee waamu gara keessa keennaa ergeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi aka, aka nu ilmaani isaa agarsiisu, Lubbu Ilma ufi erge garaa keenna ke kaye, ta Aabbo, Aabbo kiyya jettu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii akka, akka nu ilmaan isaa agarsiisu, hafuura ilma ufii ka Aabboon, Aabboo kiyyaa jedhu ergee garaa keenna keessa kaaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmaan isaa waan taaneef Rabbi Ayyaana, «Abbaa!, Abbaa!» jedhee waamu gara keenna erge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilmaan isaa waan taaneef, Rabbi Ayyaana, «Abbaa, Abbaa» jedhee waamu gara keenna erge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijoollee Waaqaa ta'uu keennaan'llee Waaqaan, «Abbaa» jedha'aa ka isa waamuun, Hafuura Ilma isaa gara onnee keennaa ni erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ilmaan isaa waan teetaneef, Waaqi Ayyaana Ilma ifii ka, «Abbaa, Abbaa» jedhee waamu gara keessa keennaa ergeera.