Galatians 4:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin dur adoo Waaqa hin beekin, waan dadamaan waaqota dhuga'aa hin te'iniif garba teetaneertaniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duri isani Waaqa imbeetani, tanaafi tissele waan waaqa intahiini taatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Durii isan Waaqaa hinbeettanii, tanaaf tisseellee waaqaa dharaa taatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo hennaa san Rabbiin uduu hin beekin, amala keessaniin ka waaqa tolfama'aaf garboota taatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, hennaa san Rabbiin uduu hin beekin, amala keessaniin ka waaqa tolfama'aaf garboota taatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan durana waayee Waaqa beekuu dhabuu keessaniitiin, amala isaaniitiin waaqota ka hin ta'iniif garbootaa taatanii ni bitamittan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin dur adoo Waaqa hin beekin, waan dadamaan waaqota dhuga'aa hin te'iniif garba teetaneertaniiyyu.