Galatians 5:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Bilisumma'aan akka leenuuf Kiristoos bilisa nu baase. Tanaaf jabaadha'aa dhaabbadha'a! Deebitaneelle waanjoo garboomaatiin hin hidhamina'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu balchooma inqamna, Kristoni ya balcha nu tolche! Aka balcha ejaanja, iti deebitani tisse intahiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka nu balchoomaan teennu, Kiristoon ya balchoomaatti nu baase! Tanaaf akka balchaa ejaajjaa, itti deebtanii tissee hintahiinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wolabumma'aan akka jiraannuuf Kiristoos wolaba nu baase. Eegasuu jabaadha'aa dhaabadhaa'a! Deebitanii qambara garbumma'aatiin hin qabaminaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wolabumma'aan akka jiraannuuf Kiristoos wolaba nu baase. Eegasuu jabaadha'aa dhaabadhaa'a! Deebitanii qanbaraa garbumma'aatiin hin qabaminaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kristos bilisa ka nu baase bilisumma'aan akka jiraannuuf. Kanaaf jabaadha'aatii dhaabadhaa, deebitaanii'llee waanijjoo garbumma'aatiin hin xamadaminaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bilisumma'aan akka leenuuf Kiristoos bilisa nu baase. Tanaaf jabaadha'aa dhaabbadha'a! Deebitaneelle waanjoo garboomaatiin hin hidhamina'a!