Galatians 5:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka isin yaada kana irraa gore hin qabaatiin, ani Gootta'aan ifi-addii qaba. Eennulle teenaan nami isin jaanjursu muraa hin fudhata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini guddo Aabbo keesa isani d'ugefad'a, aka isani waan d'ibi inherenne; ammalle nama isani gaargalchu, abba fed'u taanaanile, Waaqi ingaargalcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ammoo akka isan waan dhibii hin herrenne karaa Aabboo gulaan guddoo isan dhugeeffadha; ammallee abbaa feete taanaaniillee nama isan gaargalchu, Waaqii hingaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan adda ta'e horoma akka hin yaanne, ani Gooftaa waan keessaniif hedadheera; eennullee ka isin raasu yoo jiraate murtee ufii argata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan adda ta'e horoma akka hin yaanne, ani Gooftaa waan keessaniif hedadheera eennullee ka isin raasu yoo jiraate murtee ufii argata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu kana irraa yaada adda ta'e akka hinqabaanne dhugaalessa ta'ee Goofta'aan ni amana, eennu'llee dubbii bitaa ka isinitti taasisu yoo jiraate adabbii isaa ni fudhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isin yaada kana irraa gore hin qabaatin, ani Gootta'aan ifi-addii qaba. Eennulle teenaan nami isin jaanjursu muraa hin fudhata.