Galatians 5:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri isin jaanjursu sun, haqanqabaa qabatiisa callaa adoo hin te'in, adoo ifi yakkate ani hin jaaladha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo sila worri isani gaargalchu ufi kolaase ira dansayu!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii isan gaargalchu kun adoo silaa ufi kolaasee irra dansaayyuu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isin jaanjursan sunniin gadoomuu callaa uduu hin ta'in, uf irraallee haa muranii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri isin jaanjursan sunniin gadoomuu callaa uduu hin ta'in, uf irraallee haa muranii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa namoonni akkana dubbii isinitti bitaa taasisan yoo barbaadan, gadoomuu qofa uduu hin ta'in mataa isaanii yakkatamaa uduu taasisanii ni jaaladha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri isin jaanjursu sun, haqanqabaa qabatiisa callaa adoo hin te'in, adoo ifi yakkate ani hin jaaladha.