Galatians 5:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya, isin bilisumma'aaf waammantaneertan; jaalalaan wol tajaajila'a malee, bilisummaa teessan tana halchaa foonii muummeffatiisaaf karaa dagu'uu hin godhatina'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani tiyya, isani aka balchaa taataniifi isani yaamani. Ammo d'araani nafa keesani balchooma dabsatte isani imohatiini. Ammo jaalalti woli isani hojachiisiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan tiyya, isan akka balchaa taataniif isan yaamanii, jaalalaan walii ergadhaa malee, dharraan nafa keessanii balchooma dabsattee isan hin moohatin!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Isin wolabumma'aaf waamamtaniirtan; ammoo wolabumnaan keessan foonii akka sababaa hin kennine. Haa ta'uu ammo isin akka garbootaa wolii ta'aa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Isin wolabumma'aaf waamamtaniirtan; ammoo wolabumnaan keessan foonii sababaa akka hin kennine. Haata'uu ammoo, isin wolii akka garbootaa ta'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Isin ammoo bilisumma'aaf waamamittanii jirttan, garuu tokko ka bira'aa jaalalaan haa tajaajilu malee, bilisummaan keessan kun sababaa fedhii foonii ittiin raawwattan hin ta'in.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya, isin bilisumma'aaf waammantaneertan; jaalalaan wol tajaajila'a malee, bilisummaa teessan tana halchaa foonii muummeffatiisaaf karaa dagu'uu hin godhatina'a!