Galatians 5:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo ammoo ka wol cicciniittanee wol nyaattanu teete, akka wol hin balleessine ifi eeggadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo isani aka bineensa taatani wolhaatani, eegad'a, yokhaani wolballeesitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan ammoo yo akka bineensaa taatanii walhaatan, akka wal hinballeesin eegadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo isin uduu wol ciniintanii fi wol nyaattan akka wol hin balleessine uf eegaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo isin uduu wol ciniintanii fi wol nyaattan akka wol hin balleessine uf eegaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu ufii keessan yoo wol ciniinttanii fi yoo wol nyaattan, ufii keessan akka woliin hin badinneef ufi eeggadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo ammoo ka wol cicciniittanee wol nyaattanu teete, akka wol hin balleessine ifi eeggadha'a!