Galatians 5:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni ani jedhu tana: yoona Ayyaanaan soorreffamaa le'aa malee, halchaa foonii hin muummessina'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini jed'u tana: Lubbuuni ha isani qajeelchituuti, d'araani nafa keesani isani imohatiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ammoo, “Hafuuraan qajeelfamaa jiraadhaa malee, dharraan nafa keessanii isan hinmoohatin” jedha
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo akkana jedha; Ayyaana Woyyu'uun jiraadhaa'a; hawwii foonii sirima hin raawwatinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo akkana jedha; Ayyaana Woyyu'uun jiraadhaa'a; hawwii foonii sirima hin raawwatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa Hafuuraan qajeelfama'aatii jiraadhaa, fedha foonii'llee hin raawwatinaa isiniin jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni ani jedhu tana: yoona Ayyaanaan sooreffamaa le'aa malee, halchaa foonii hin muummessina'a!