Galatians 5:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Halchaan foonii halchaa Ayyaanaatiin mormiti; halchaan Ayyaanaalle halchaa fooniitiin mormiti; halchaan lamaan tun waan wol mormituuf, waan jaallattanu godhiisaaf hin dandeettanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nafi keenna fed'u waan Lubbuuni feetuuniti; waan Lubbuuni feetule nafi imfed'u: worri wolii nyaapa, tanaafi waan tolchu feetani dandeetani intolchitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii nafii keenna fedhu waan hafuurii fedhuuniti; waan hafuurii feedhuullee nafii hinfedhu, warrii walii nyaapha; tanaaf waan tolchuu feetan dandeettanii hintolchitan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fedhiin foonii fedhii Ayyaanaatiin waan wol faalleessuuf kunniin lamaan waan wol mormaniif kanaafuu waan jaalattan godhuu hin dandeettan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Foon Ayyaana irratti, Ayyaanillee foon irratti waan hawwuuf; kunniin lamaan waan wol mormaniif, kanaafuu waan jaalattan godhuu hin dandeettan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fedhiin foonii fedhii Hafuurayaa woliin wol fugisa, Hafuuraa fi fooni ufii isaaniitii wolitti masaanuu ni ta'a, kanaaf isin waan barbaaddan raawwachu'uuf hin danddeettan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halchaan foonii halchaa Ayyaanaatiin mormiti; halchaan Ayyaanaalle halchaa fooniitiin mormiti; halchaan lamaan tun waan wol mormituuf, waan jaalattanu godhiisaaf hin dandeettanu.