Galatians 5:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo Ayyaanaan soorreffantane ammoo, Seera jala hin jirtanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Lubbuuni isani qajeelchite Seera jala injirtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo hafuurii isan qajeelche ammoo seera jalaa jirtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo Ayyaana Woyyu'uun masakkamtan ammo, Seeraa gad hin jiraattan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo Ayyaana Woyyu'uun yoo masakkamtan ammoo, Seeraa gad jirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuuraan uduu qajeelffamttanii garuu, bitamittoota Seeraa hin taatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo Ayyaanaan sooreffantane ammoo, Seera jala hin jirtanu.